Finfinnee, Onkoloolessa 20, 2019 (FMC) – Boordiin Filannoo Biyyaalessaa Itiyoophiyaa Paartii “Shuum Tambeen”f ragaa paartii siyaasaa naannoo seera qabeessa ta’uu mirkaneessu kenneera.
Boordichi aangoo labsiidhaan isaaf kenname irratti hundaa’uun Paartii “Shuum Tambeen”f ragaa paartii siyaasaa naannoo seera qabeessa ta’uu mirkaneessu kennuu isaa odeeffannoon Boordiicha irraa argame ni mul’isa.
#Itiyoophiyaa #BiyyaGuddoo #UummataGuddaa #MullataGuddaa