Finfinnee, Caamsaa 25, 2018 (FMC) – Buufataalee Filannoo Godina Baalee jalatti argaman kanneen lakkaawwiin sagalee xumurame keessatti bu’aan filannoo kan yeroo maxxanfamaa jira.
Filannoon waliigalaa 7ffaan guyyaa kaleessaa gaggeeffamuun kan yaadatamuudha.
Bu’aan sagalee ummataa kan yeroo maxxanfamuun Haawaasnis bu’aa sagaleesaa ifoomee buufataalee filannootti argamuun daawwachaa jiru.
Taarikuu Laggaseetiin
#Oromia #Ethiopia