Dooktar Abiy Ahimad Af-yaa’ii Mana Maree Biyyaalessaa Azarbajaan waliin mari’atan

Finfinnee, Adoolessa 22, 2018(FMC)- Ministirri Muummee RDFI Dooktar Abiy Ahimad Af-yaa’ii Mana Maree Biyyaalessaa Azarbajaan Saahiibaa Gaafroovaa waliin mari’ataniiru.

Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad ergaa miidiyaa hawaasummaa isaaniin dabarsaniin, Af-yaa’ii Mana Maree Biyyaalessaa Azarbajaan Kabajamoo Saahiibaa Gaafroovaa waliin dhimmoota michummaa tarsiimawaa fi guddina waloo keenya caalmaatti guddisan irratti maree bu’a qabeessa geggeessineerra jedhaniiru.

#Oromia #Ethiopia

Filatamoo
Comments (0)
Add Comment