Dooktar Abiy Ahimad ayyaana bara haaraa sababeeffachuun maaddii qoodan

Finfinnee, Qaammee 4, 2018 (FMC) –Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad ayyaana bara haaraa sababeeffachuun hojjettootaaf maaddii qoodaniiru.

Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad ayyaana bara haaraa 2019 sababeeffachuun hojjettoota Waajjira Ministira Muummeef deeggarsa taasisaniiru.

Akkasuma Daa’imman deeggarsa waajjira Ministira Muummeetiin guddataniif deeggarsa meeshaalee barnootaa taasisaniiru.

#Oromia #Ethiopia

Filatamoo
Comments (0)
Add Comment