Finfinnee, Onkololeessa 10, 2019 (FMC) – Keeniyaatti kabaja guyyaa yaadannoo gootootarratti hirmaatan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad masaraa Mootummaa Eeldooreetti biqiltuu Ashaaraa magariisaa dhaabaniiru.
Dooktar Abiy Ahimad guyyaa gootoonni bilisummaa, Birmadummaa fi misooma Keeniyaaf gumaacha olaanaa taasisan itti yaadataman Maashuujaa irratti keessummaa kabajaa ta’uun hirmaataniiru.
#Itiyoophiyaa #BiyyaGuddoo #UummataGuddaa #MullataGuddaa