Finfinnee, Ebla 26, 2018 (FMC) – Guyyaa Goototaa yeroo 85ffaaf kabajamu sababeeffachuun boru Madfiin yeroo 21 ni dhuka’a jedhe Raayyaa Ittisa Biyyaa.
Guyyaan Yaadannoo Goototaa boru yeroo 85ffaaf sagantaalee garaagaraan ni kabajama.
Sababa kanan boru barii sa’aatii 12:00 irratti Madfiin yeroo 21 kan dhukaafamu ta’uu Raayyaan Ittisa Biyyaa ibsa Faanaa Miidiyaa Korporeeshiniif ergeen ibseera.
#Oromia #Ethiopia