Ispoortii
Bunni Sidaamaa Faasiil injifachuun dursummaa isaa cimsate
Finfinnee, Guraandhala 25, 2018 (FMC) – Taphoota CBE Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 22ffaan Bunni Sidaamaa Faasiil injifachuun dursummaa isaa cimsateera.
Bunni Sidaamaa galchii 1 fi 0‘n Faasiil injifachuun garaagarummaa Nageellee Arsii waliin qabu qabxii 5’nitti bal’ifateera.
Tapha biraan Bunni Itiyoophiyaa galchii 2 fi 0’n Magaalaa…
Read More...
Piriimeer Liigii Ingiliiz torbee 29ffaan har’a taphoonni 5 ni taphatamu
Finfinnee, Guraandhala 25, 2018 (FMC) – Piriimeer Liigii Ingiliiz torbee 29ffaan har’a taphoonni murteessoon 5 ni taphatamu.
Har’a halkan sa’aatii 4:30 jalqabee taphoonni 4 kan taphataman yoo ta’u, Astoon Viilaa – Cheelsii, Biraayitan…
Itiyoophiyaa Madin fi Magaalaan Shaggar qixa ba’an
Finfinnee, Guraandhala 24, 2018(FMC)- Sagantaa tapha Piriimiyar Liigii CBE Itiyoophiyaa torbee 22ffaan Itiyoophiyaa Madin fi Magaalaan Shaggar 1 fi 1'n qixa ba'aniiru.
Galgala Sa'aatii 12 irraa eegalee Istaadiyeemii Yuuniivarsiitii…
Piriimer Ligii Ingilaandiin har’a taphoonni 4 ni taphatamu
Finfinnee, Guraandhala 24, 2018 (FMC) - Sagantaa taphaa piriimer Liigi Ingilaandi torbee 29ffaan har'a galgala taphoonni 4 ni taphatamu.
Haaluma kanaan hirmaannaa Shaampiyensi Liigii Awurooppaa bara dhufuu mirkaneeffachuuf falmataa kan…
Arsenaal Cheelsii injifachuun dursummaa isaa cimsate
Finfinnee, Guraandhala 22, 2018 (FMC) –Morkii darbii Landaniin Arsenaal Cheelsii injifachuun dursummaa isaa cimsateera.
Arsenaal galchii 2 fi 1'n Cheelsii injifateera.
Arsenaal qabxii 64'n liigicha yoo dursu, Siitiin qabxii 59'n 2ffaa…
Maanchiister Yuunaayitiid Kiristaal Paalaas injifachuun sadarkaa isaa gara 3ffaatti fooyyeffate
Finfinnee, Guraandhala 22, 2018 (FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Ingiiliiz torbee 28ffaa galgala kana taphatameen Maanchiister Yuunaayitiid Kiristaal Paalaas injifachuun sadarkaa isaa gara 3ffaatti fooyyeffateera.
Yuunaayitiid duubaa…
Falmii Arsenaali fi Cheelsii …
Finfinnee, Guraandhala 22, 2018 (FMC)- Pirimeer liigii Ingiliiz torbee 28ffaan taphni har’a Arsenaalii fi Cheelsii gidduutti taasifamu akkaan eegama.
Dursaan liigichaa Arsenaal dursummaa isaa cimsachuuf taphni har’a Cheelsii waliin…