Fana: At a Speed of Life!

Ispoortii

Shaampiyoonaan Atileetiksii Guddattoota umurii 17 gadii magaalaa Shaggar olaantummaa magaalaa Malkaa Noonnoon xumurame

Finfinnee, Qaammee 1, 2018(FMC) - Waldorgommiin Atileetiksii Guddattootaa Umurii 17 gadii Bulchiinsa Magaalaa Shaggar guyyoota shaniif geggeeffamaa ture xummurame. Dorgommii kanarratti kutaaleen magaalaa salganuu qooda kan fudhatan yoo tahu, Kutaan Magaalaa Malkaa Noonnoo Shaampiyoonaa ta'uun xumureera. Kaayyoon dorgommichaa guddattoota ji'a…
Read More...

Maanchister Yunaayitid fi Evertan Walqixa Ba’an Finfinnee, Qaammee 1, 2018 (FMC) — Torban sadaffaa Piriimer Liigii Ingiliziin, Maanchister Yunaayitid fi Evertan galchii 2-2n walqixa ba’aniiru. Maanchister Yunaayitidiif Biriyaan…