Ispoortii
Alii Ahimad Yaadannoo Injifannoo Adwaa daawwate
Finfinnee, Adoolessa 14, 2018 (FMC) - Taphataan Garee Kubbaa Miilaa Biyyaalessaa Kaanaadaa maatii Itiyoophiyaa irraa dhalate Alii Ahimad Yaadannoo Injifannoo Adwaa daawwateera.
Kilaba Kubbaa Miilaa Ingilaand Noorwiich Siitiif taphachaa kanjiru Alii Ahimad, Waancaa Addunyaa 2026 irratti garee biyyaalessaa Kaanaadaaf taphoota afur irratti…
Read More...
Falmii xumuraa Waancaa Addunyaa 23ffaa…
Finfinnee, Adoolessa 12, 2018 (FMC) – Taphni xumuraa Waancaa Addunyaa 23ffaa har'a Arjentiinaa fi Ispeen gidduutti taasifamu ni eegama.
Morkiin Shaampiyoonaa Addunyaa Arjentiinaa fi Shaampiyoonaa Awurooppaa Ispeen gidduutti har'a halkan…
Waancaa Addunyaa 23ffaa boqonnaa xumuraarra gahe…
Finfinnee, Adoolessa 9, 2018 (FMC) – Waancaan Addunyaa 23ffaan xumuramuuf taphoota 2 qofatu hafe.
Waancaan Addunyaa 2026 qopheessummaa Ameerikaa, Kaanaadaa fi Meeksikoon Waxabajjii 4, 2018 eegalame xumuramuuf taphoota 2 qofatu hafe.…
Raadiyoowwan qunnamtii garee shororkeessaa shaneef darbuuf turan to’ataman
Finfinnee, Adoolessa 9, 2018 (FMC) – Karaa Mooyaaleen Itiyoophiyaa seenuun garee shororkeessaa shaneef darbuuf kan turan Raadiyoowwan qunnamtii to’ataman jedhe Tajaajilli Nageenya Odeeffannoo Biyyaalessaa.
Tajaajilichi sosochii seeraan…
Arjentiinaa fi Ingilaandi keessaa eenyuta Dilbata dhufu Ispeen waliin morkata?
Finfinnee, Adoolessa 8, 2018 (FMC) – Tapha Walakkaa xumuraa Waancaa Addunyaa falmiin har’a Arjentiinaa fi Ingilaandi waliin taasisan hawwiin eegama.
Har’a halkan sa’aatii 4:00 eegalee morkiin biyyoonni lamaan waancaaf darbuuf taasisan…
Falmii Faransaay Ispeen waliin taasiftu…
Finfinnee, Adoolessa 7, 2018 (FMC)- Waancaa Addunyaa 2026 qopheessummaa Ameerikaa, Kaanaadaa fi Meeksikoon gaggeeffamaa jiruun taphni walakaa xumuraa har’a halkan eegala.
Haaluma kanaan taphni har’a halkan Sa’aatii 4:00 irratti Faransaay…
Maanchiister Yuunaayitiid Andireey Saantoos mallatteessifate
Finfinnee, Adoolessa 6, 2018 (FMC) – Maanchiister Yuunaayitiid taphataa sarara gidduu Andireey Saantoos mallatteessifateera.
Lammii Biraaziil kana Paawundii miiliyoona 48 fi ga’umsi isaa ilaallame kan dabalamuu Paawundii miiliyooa 2’n…