Ispoortii

Ispoortii

Biraayitan 3 – 0 Arsenaal

Finfinnee, Fulbaana 9, 2019 (FMC) – Piriimeer Liigii Ingilaandi taphoota torbee 5ffaan Biraayitan Arsenaal injifateera. Tapha har’a waaree booda sa’aatii 11:00 eegalee taphatameen Biraayitan galchii 3 fi 0’n Arsenaal injifateera.…

Itiyoophiyaa vs Taanzaaniyaa…

Finfinnee, Fulbaana 9, 2019 (FMC) – Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessaa Itiyoophiyaa umrii waggaa 20 gadii har’a gita isaa Taanzaaniyaa waliin taphata. Tapha gulaallii waancaa Seekaafaa umrii waggaa 20 gadii qopheessummaa Taanzaaniyaan…