Ispoortii
Lammii Kanaadaa Umrii 59’n ‘Push Up” si’a kuma 1 fi 500’ bu’uun rikaardii galmeessite
Finfinnee, Sadaasa 12, 2017 (FBC)- Lammii Kanaadaa Doonaajeen Wiildee jedhamtuu kan Umrii waggaa 59 sa’aatii tokko keessatti Ispoortii ‘Push Up” si’a kuma 1 fi 500’ bu’uun rikaardii haaraa Addunyaan galmeessitetti.
Dubartii jalqabaa sa’atii tokko keessatti “Push Up” si’a kuma 1 fi 575 bu’uu galmee dinqisiisoo Addunyaarratti galmoofte ta'uun…
Read More...
Liigii Olaanoo Itiyoophiyaan Shaggar, Solodaa Adwaa injifachuun dursummaa isaa cimsate
Finfinnee, Sadaasa 11, 2017 (FBC) – Taphoota Liigii Olaanoo Itiyoophiyaan Kilabni magaalaa Shaggar Kilaba Solodaa Adwaa injifachuun dursummaa isaa cimsateera.
Tapha torbee 5ffaa har'a waaree booda taphatameen Shaggar galchii 1 fi…
Peep Gaardiyoolaan Kontiraata waggaa tokkoo dheeressuuf waliigale
Finfinnee, Sadaasa 11, 2017 (FBC) – Leenjisaan Maanchistar Siitii Peep Gaardiyoolaan kontiraata waggaa tokkoo dheeressuuf waliigaluu ibsame.
Lammiin Ispeen Ga’eessi Umrii waggaa 53 Peep Gaardiyoolaan bara Faranjootaa 2016 Leenjisaa…
Atileet Biiniyaam Mahaariin fiigicha guddicha Itiyoophiyaa injifate
Finfinnee, Sadaasa 8, 2017 (FBC) – Atileet Biiniyaam Mahaariin fiigicha guddicha Itiyoophiyaatti yeroo 24ffaaf har'a dorgomame injifate.
Fiigicha guddicha Itiyoophiyaa meetira kuma 10 Atileetoota dhiiraa gidduutti gaggeeffame kana…
Itiyoophiyaan Taanzaaniyaa waliin Tapha ni taasifti
Finfinnee, Sadaasa 7, 2017 (FBC)- Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Itiyoophiyaa har’a tapha gulaallii Waancaa Afrikaa marsaa 5ffaa Taanzaaniyaa waliin ni taphata.
Taphichi har’a galgala Sa’aatii 1:00tti Rippaabilika Dimookirataawaa…
Buunyessaa Maayik Taayisan Buunyessaa Jeek Paawuliin injifatame
Finfinnee, Sadaasa 7, 2017 (FBC) – Dorgommii Buunyaa har’a barii taasiifameen Buunyessaa beekamaan Maayik Taayisan Jeek Jooseef Paawuliin injifatameera.
Taayisan waggoota 19 booda falmiitti deebi'uus dargaggeessa umrii waggaa 27 Jeek…
Falmii Buunyaa ga’eessa umrii waggaa 58 fi daggaggoo umrii waggaa 27 gidduutti galgala kana…
Finfinnee, Sadaasa 6, 2017 (FBC) – Falmiin har’a galgala buunyessaan Maayik Taayisan, Buunyessaa beekamaa Jeek Jooseef Pool waliin taasiisu hawwiin eegama.
Falmiin har’a halkan sa’aati 5:00 eegalee Ameerikaa Teeksaas Arliingitanitti…