Ispoortii
Maanchiister Yuunaayitiid Ruuban Amooriimin gaggeesse
Finfinnee, Mudde 27, 2018 (FMC) – Maanchiister Yuunaayitiid leenjisaa isaa Ruuban Amooriimin gaggeesseera.
Yuunaayitiid baatiwwan 14 booda lammii Poorchuugaal Ruuban Amooriim leenjisummaarraa gaggeessuu 'The Athletics' gabaaseera.
#Oromia #Ethiopia
Read More...
Waancaa Afrikaan har’a taphoonni mo’anii darbuu lama ni taphatamu
Finfinnee, Mudde 27, 2018 (FMC) – Waancaa Afrikaa 35ffaa qopheessummaa Moorokoon gaggeeffamaa jiruun har’a taphoonni mo’anii darbuu lama ni taphatamu.
Galgala sa’aatii 1:00 jalqabee Ijipti Beeniin waliin taphatti.
Biyyoonni lamaan…
Maanchister Yunaayitid fi Liidsi Yunaayitid qixa ba’an
Finfinnee, Mudde 26, 2018 (FMC)- Tapha piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 20ffaan Maanchister Yunaayitid fi Liidsi Yunaayitid 1-1'n qixa ba'an.
Maanchister Yunaayitidiif Maatiyaas Kunihaa yoo lakkoofsisu, Liidsi Yunaayitidiif ammoo…
Taphoonni mo’anii darbuu Waancaa Afrikaa lama har’a ni taphatamu
Finfinnee, Mudde 26, 2018 (FMC)- Tapha Waancaa Afrikaa 35ffaa Moorookootti geggeeffamaa jiruun har'a taphoonni mo'anii darbuu lama ni taphatamu.
Galgala sa'aatii 1 irratti Moorookoo fi Taanzaaniyaan kan taphatan tapha eegamuu dha.…
Taphni Har’a Maanchiister Siitiin Cheelsii waliin taphatu ni eegama.
Finfinnee, Mudde 26, 2018 (FMC) - Taphoota Piriimeer Liigii Ingiliiz torbee 20ffaan taphni har'a maanchiister Siitiin Cheelsii waliin taasisu ni eegama.
Har'a waaree booda sa’aatii 9:30 eegalee Liidis Yuunaayitiid Maanchiister…
Arsenaal Boornimaawuuz injifachuun dursummaa isaa cimsate
Finfinnee, Mudde 25, 2018 (FMC) –Taphoota Piriimer Liigii Ingiliz torbee 20ffaan Arsenaal Boornimaawuuz injifachuun dursummaa cimsateera.
Arsenaal galchii 3 fi 2'n Boornimaawuuz injifateera.
Arsenaal qabxii 48 walitti qabachuun…
Seenegaal nuusa xumuraaf darbite
Finfinnee, Mudde 25, 2018 (FMC)- Tapha waancaa Afrikaa 35ffaa Moorookootti taphatamaa jiruun Seeneegaal Sudaaniin galchii 3 fi 1’n injifachuun nuusa xumuraaf darbite.
Taphni galgala kana sa’aatii 4:00 irraa eegalee Maalii fi Tuuniziyaan…