Welcome to Fana Media Corporation S.C
Itiyoophiyaa Himna!
Welcome to Fana Media Corporation S.C
Itiyoophiyaan damee Indaastiriin imala boqonnaa haaraarra jirti.
By
Sifen Megersa
on April 13, 2026
Babal’inaa fi bara dandamannaa haaraa Indaastirii Itiyoophiyaa ilaalchisee Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad EBC waliin turtii taasisaniiru.
Gaaffii fi deebiin isaanii kun kutaan jalqabaa boru galgal sa’aatii 2:30 eegalee dhiyaata.
Oduu biyya keessaa
Share
Related Posts
Milkaa’inni guyyaa har’aa xumura imala keenyaa akka hintaane ummanni keenya tolchee beeka- Obbo Shimallis Abdiisaa
Itiyoophiyaan guyyaa har’aa biqiltuu miiliyoona 800 fi miiliyoona 5 ol dhaabuun riikardii cabsite- Dooktar Abiy Ahimad
Hanga ammaatti biqiltuu miiliyoonni 700 fi miiliyoonni 65 ol dhaabbate- Obbo Addisuu Araggaa
Biqiltuu dhabuun abdi dhaloota egeree ijaaruu dha – hirmaattota Ashaaraa Magariisaa
Ogeeyyiin mari’attootaaf ibsa taasisan
Lammiileen miiliyoonni 21 ol sa’aatii 8:00 keessatti biqiltuu miiliyoona 600 fi miiliyoona 50 dhaaban- Dooktar Abiy Ahimad
Hanga ammaatti biqiltuun miiliyoonni 700 ol dhaabbate- TKM
Comments
(0)
Add Comment