Finfinnee, Onkololeessa 9, 2019 (FMC) – Gareen Biyyaalesaa Kubbaa Miilaa Itiyoophiyaa umrii waggaa 17 gadii Ruwaandaan injifatamuun Waancaa Afrikaan ala ta’e.
Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessaa Itiyoophiyaa umurii waggaa 17 gadii, tapha sadarkaa Waancaa Afrikaa Zoonii Seekaafaa har’a gita isaanii Ruwaandaa waliin ni taphataniin galchii 2 fi 1’n injifatamaniiru.
Jeeddaloonni Diimtuun gulaallicha sadarkaa 4ffaan xumuruu hordofee tapha waancaa Afrikaa 2027’f osoo hin darbin hafaniiru.
#Itiyoophiyaa #BiyyaGuddoo #UummataGuddaa #MullataGuddaa