Maanchistar Siitiin garaagarummaa qabxii Arsenaal waliin qabu gara 6’tti guddise

Finfinnee, Onkoloolessa 7, 2019(FMC)- Tapha Piriimer Liigii Ingiliz torbee 7ffaan Maanchistar Siitiin Ispiwich Taawoniin galchii 3 fi 2’n injifateera.
 
Bu’aa kana hordofees Maanchistar Siitiin garaagarummaa qabxii Arsenaal waliin qabu gara 6’tti guddifateera.
 
 
Maanchistar Siitiin taphoota liigichaan hanga ammaatti taphate 7 hunda injifateera.
Tapha biraan Liivarpuul Bireentifoordiin galchii 2 fi 1’n injifateera.
 
Akkasumas tapha sa’aatii walfakkaataatti taphatameen Fuulhaam Haal Siitii galchii 1 fi 0’n injifateera.
 
#Itiyoophiyaa #BiyyaGuddoo #UummataGuddaa #MullataGuddaa
Comments (0)
Add Comment