Finfinnee, Onkololeessa 24, 2019 (FMC) – Magaalaa Shaggar kutaa Magaalaa Galaan Aanaa Andoodeetti sagantaan facaasaa Qamadii jallisii eegaleera.
Kantibaa Magaalaa Shaggar Dooktar Tashoomaa Addunyaa fi hoggantoonni biroo bakka argamanitti sagantaan facaasaa Qamadii jallisii bonee bara kanaa kutaa Magaalaa Galaan Aanaa Andoodeetti eegaluu ragaan Kominikeeshinii magaalichaarraa argame ni mul’isa.
#BiyyaGuddoo #UummataGuddaa #MullataGuddaa