Finfinnee, Sadaasa 3, 2019 (FMC) – Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessaa Itiyoophiyaa umrii 23 gadii tapha gulaallii waancaa Afrikaa marsaa 2ffaa har’a gita isaa Moorookoo waliin taphata.
Taphni murteessaan kun har’a waaree booda sa’aatii 10:00 Istaadiyeemii Dirre Dhawaatti taphata.
#BiyyaGuddoo #UummataGuddaa #MullataGuddaa