Finfinnee, Onkololeessa 30, 2019 (FMC)- Olompiikii Dargaggootaa Addunyaa 4ffaa Daakaaritti gaggeeffamaa jiruun, Atileet Wabii Waaqjiraa Itiyoophiyaaf Meedaaliyaa Warqee 2ffaa argamsiiseera.
Atileet Wabiin Fiigicha meetira 1500 sadarkaa 1ffaan xumureera.
Atleet Wabiin fiigicha kana daqiiqaa 3 fi seekoondii 58 fi Maayikiroo Seekoondii 73’n xumureera.
Warqinaa Gashaahuntu gabaase.
#BiyyaGuddoo #UummataGuddaa #MullataGuddaa