Obbo Ashaadilii Hasan Pireezidaantii naannoo Beenishaanguul Gumuz ta’uun moggaafaman

Finfinnee, Fulbaana 22, 2019 (FMC) – Manni Maree Naannoo Beenishaanguul Gumuz yaa’ii gaggeess jiruun Obbo Ashaadilii Hasan Pireezidaantii naannichaa taasisuun moggaasera.

Obbo Ashaadiliin Pireezidaantii naannichaa ta’uun erga irra deebiin moggaafamaniin booda mana marichaa fuulduratti sirna kakuu raawwataniiru.

#Ethiopia #BiyyaGuddoo #UmmataGuddaa #MullataGuddaa

Comments (0)
Add Comment