Godina Horroo Guduruu Wallaggaa aanaa Abbayyii Coommaniti filannoon karaa nagaan gaggeeffamaa jira Read more
Adaamaatti namoonni dhuunfa adeemsa filannoo burjaajeessuf yalaanii fi meeshaa waraanaa qabachuun argaman adaman Read more
Taajjabaan paartii morkataa kakaasii filannoo gaggeessaa ture harkaaf harkatti poolisiin to’atame Read more
Kutaa magaalaa Nifaas Silki laaftootti haatii da’umsaaf gahaa jirtu filannoo marsaa 6ffaaf sagalee laatte Read more
Aanaalee fi Magaaloota godina Wallagga Lixaatti filannoo cinaatti sagantaan dhaabbii Biqiltuu gaggeeffamaa jira Read more
Giddugaltummaa tokko malee bilisaan filannoo gaggeessaa jiraachuu jiraattoonni kutaa magaalaa Araadaa himan Read more