Oduu biyya keessaa Obbo Ashaadlii Hasan filannoo booda biqiltuu dhaabaan Sifen Megersa Jun 21, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 14, 2013 (FBC) - Preezdaantiin Naannoo Beenishanguul Gumuuz obbo Ashaadlii Hasan filannoo booda biqiltuu dhaabaniiru. Filannoo cinaatti biqiltuu dhaabuun…
Oduu biyya keessaa Godina Horroo Guduruu Wallaggaa aanaa Abbayyii Coommaniti filannoon karaa nagaan gaggeeffamaa jira Sifen Megersa Jun 21, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 14, 2013 (FBC) – Godina Horroo Guduruu Wallaggaatti jiraattonni Aanaa Abbayyii Coomman filannoo marsaa 6ffaa karaa nagaan gaggeessaa jiraachuu ibsaniiru.…
Oduu biyya keessaa Adaamaatti namoonni dhuunfa adeemsa filannoo burjaajeessuf yalaanii fi meeshaa waraanaa qabachuun… Obse Wakgari Jun 21, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 14, 2013 (FBC)- Magaalaa Adaamaatti namoonni dhuunfa 2 adeemsa filannoo burjaajeessuf yalaanii fi buufata filannootti meeshaa waraanaa qabachuun argaman adabbii hidhaa…
Oduu biyya keessaa Taajjabaan paartii morkataa kakaasii filannoo gaggeessaa ture harkaaf harkatti poolisiin to’atame Sifen Megersa Jun 21, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 14, 2013 (FBC) – Godina Shawaa Kaabaa aanaa Minjaar Shankoraatti taajjabaan paartii morkataa kakaasii filannoo gaggeessaa ture harkaaf harkatti poolisiin…
Oduu biyya keessaa Kutaa magaalaa Nifaas Silki laaftootti haatii da’umsaaf gahaa jirtu filannoo marsaa 6ffaaf sagalee… Obse Wakgari Jun 21, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 14, 2013 (FBC)- Jiraattuun kutaa magaalaa Nifaas Silki laaftoo aadde Baanchigizee Asraat yaroo ulfaatti bakka bakkatti socho’uun ulfaataa ta’uus anaafis ta’ee dhala koo…
Oduu biyya keessaa Haadholiin guyyaa har’aa dahan filannoo marsaa 6ffaaf sagalee laatan Sifen Megersa Jun 21, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 14, 2013 (FBC) - Naannoo Kibbaa godina Silxee fi Naannoo Amaaraa magaalaa Chaaginiitti haadholiin guyyaa har’aa dahan filannoo marsaa 6ffaaf sagalee…
Oduu biyya keessaa Nageenya keenya eeggachaa filannoo filachuun barbaachisaadha – obbo Muusaa Adam Sifen Megersa Jun 21, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 14, 2013 (FBC) – Nageenya keenya eeggachaa filannoo filachuun barbaachisaa ta’uu Walitti qabaan Mana Maree Waloo Paartilee siyaasaa obbo Muusaa Adam himaniiru.…
Oduu biyya keessaa Aanaalee fi Magaaloota godina Wallagga Lixaatti filannoo cinaatti sagantaan dhaabbii Biqiltuu… Sifen Megersa Jun 21, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 14, 2013 (FBC) – Aanaalee fi Magaaloota godina Wallagga Lixaatti filannoo cinaatti sagantaan dhaabbii Biqiltuu gaggeeffamaa jiraachuu himameera.…
Oduu biyya keessaa Aanaa Odaa Bultumitti filannoo marsaa 6ffaa karaa nagaan gaggeeffamaa jira Obse Wakgari Jun 21, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 14, 2013 (FBC)- Godina Harargee Harargee Lixaa Aanaa Odaa Bultumittii filannoo marsaa 6ffaa karaa nagaan gaggeeffamaa jira. Filannoon biyyaaleessaa marsaa 6ffaan…
Oduu biyya keessaa Giddugaltummaa tokko malee bilisaan filannoo gaggeessaa jiraachuu jiraattoonni kutaa magaalaa… Sifen Megersa Jun 21, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 14, 2013 (FBC) – Giddugaltummaa tokko malee bilisaan filannoo gaggeessaa jiraachuu jiraattoonni magaalaa Finfinnee kutaa magaalaa Araadaa himaniiru. Kutaa…