Welcome to Fana Media Corporation S.C
Itiyoophiyaa Himna!
  • facebook
  • twitter
  • google_plus
  • Email
Welcome to Fana Media Corporation S.C

Tajaajila Tola Ooltummaa Walta’iinsaa fi walummaa cimse

Poolisiin Qilleensaa Qophummaa Raayyichaa cimsuu qaba – L/J Yilmaa Mardaasaa

Meeshaaleen kontiroobaandii Birrii miiliyoona 700 fi miiliyoona 39 to’ataman

Jiraattoonni naannoo Tigraay hanga Bitooteessa 10tti Birrii moofaa guutuummaa guutuutti akka jijjiirran yaadachiisi laatame

Read more

Finfinneetti odeeffannoon dubartoota harka qalleeyyii ta’aniif deeggarsi maallaqaa ni taasifamaan tamsa’ee soba jedhame

Read more

Hawaasaatti baalli sammuu namaa hadoochuu Kanaabiis kiilo giraamni 21 barbadaa’e

Read more

Koolleejjii Yakkaatit 12ttitti ogeeyyiin fayyaa 127 barnootasaanii hordoofaa turan eebbifaman

Read more

Ityoophiyaatti baatiwwan 6 keessatti yaaliin haleellaa saaybarii 976 taasifame

Read more

Torbee 1 keessatti meeshaaleen kontiroobaandii Birrii miiliyoona 31 olitti tilmaamaman to’ataman

Read more

Yuunvarsiitiin Dirree Dawaa barattoota kuma 2 fi 93 eebbisiise

Read more

Ministeerri Nageenyaa dargaggoota tola ooltootaa biyyaalessaa kuma 10 leenjisaa ture eebbisiise

Read more

Aadde Adaanach sosochii qulqullina magaalaa baatii 2f turu eegalchiisan

Read more

Boruu eegalee hojiirra kan oolu gatiin gurgurtaa qinxaaboo oomisha boba’aa qophaa’uu ibsame

Read more

Posts navigation

Previous Page 1 of 4184 … Page 3,399 of 4184 … Page 4,184 of 4184 Next
  • Fuula Duraa
  • Oduu
  • Dhugoomsa Ragaa
  • Biiznasii
  • Ispoortii
  • #
  • Teeknooloojii
  • Fayyaa
  • Language
    • አማርኛ
    • ትግርኛ
    • English
    • Arabic
    • አፋርኛ
  • Archive
    • October
    • November
    • December
View Desktop Version