Qonni jallisii Bonee imala midhaan nyaataan of danda’uuf taasifamu keessatti boqonnaa murteessaadha – Dooktar Abiy Ahimad

Finfinnee, Ebla 20, 2018 (FMC) – Qonni jallisii Bonee imala midhaan nyaataan of danda’uuf taasifamu keessatti boqonnaa murteessaadha jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad.

Qabeenya bishaaniin sirnaan fayyadamuun, tattaaffii adda hin cinnee fi murannoo cimaan oomishnaan wabii nyaataa mirkaneessuu akka dandeenyu shakkii hin qabu jedhan fuula miidiyaa hawaasummaa isaaniin ergaa dabarsaniin.

Filatamoo
Comments (0)
Add Comment