Waltajjiin Marii ‘Milkaa’ina Miidiyaa Ijaarsa Seenessaaf’ jedhu gaggeeffamaa jira

Finfinnee, Ebla 29, 2018 (FMC)- Waltajjiin Marii ‘Milkaa’ina Miidiyaa Ijaarsa Seenessaaf’ jedhu Bakka Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad argamanitti gaggeeffamaa jira.

Injifannoowwan jijjiiramaan Itiyoophiyaan galmeessiste keessaa tokko, dhaabbileen mallattoo ijaarsa sirna dimookiraasii dhugaa fi cimoo akka ta’an gochuu yoo ta’uu kana keessaa Dhabbiileen Miidiyaa isaan jalqabaa ta’uu ragaan Waajjira Ministira Muummeerraa argame ni mul’isa.

#Oromia #Ethiopia

Comments (0)
Add Comment