Baajanni naannichaa Birrii biiliyoona 400 fi biiliyoona 2 ol ta’uun ragga’e

Finfinnee, Adoolessa 25, 2018 (FMC) – Manni Maree Naannoo Amaaraa Yaa’ii Idilee 12ffaa gaggeesseen baajata bara hojii 2019’f Birrii biiliyoona 400 fi biiliyoona 2.2 ta’uun dhiyaate raggaasiseera.

Baajanni ragga’e kun kan bara darbeerra Birrii biiliyoona 100 fi biiliyoona 76 fi miiliyoona 800 fi miiliyoona 31 oliin caalmaa qabaachuu ibsame.

Akkasuma manni marichaa baajata dabalataa bara 2018 Birrii biiliyoona 39.1 raggaasisuu AMC’n gabaaseera.

#Oromia #Ethiopia

Comments (0)
Add Comment