Welcome to Fana Media Corporation S.C
Itiyoophiyaa Himna!
Welcome to Fana Media Corporation S.C
Bulchiinsi magaalichaa raawwii hojii baatiwwan 9 gamaaggamuu eegale
By
Tsehay Guluma
on April 27, 2024
Finfinnee, Ebla 19, 2016 (FBC) – Bulchiinsi magaalaa Finfinnee raawwii hojii baatiwwan 9 gamaaggamuu eegaleera.
Kantiibaa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebee dabalatee hoggantoonni bulchiinsa magaalichaa bakka argamanitti raawwiin hojii kurmaana 3ffaa gamaaggamaa jira.
Oromia
#Ethiopia
Oduu biyya keessaa
Share
Related Posts
Inisheetiviin Misooma Avookaadoo Bu’aa argamsisaa jiru
Ijiptii keessatti itti fayyadamni fi bulchiinsi bishaanii qisaasaaf kan saaxilamee dha
Hojiiwwan Ijoo Dooktar Abiy Ahimad baatiiwwan Adoolessaa fi Hagayya keessa hojjetan:
Hojiin qulqullina barnootaa mirkaneessuuf hojjetame bu’aan qabxii barattootaa akka fooyya’u taasiseera- Aadde Adaanech Abeebee
Yaa’iin Dhaabbilee Amantaalee Itiyoophiyaa injifannoo seena qabeessa galmeessiseera- Obbo Mahaammad Idiriis
Imalli waloo Dhaabbileeamantaa nageenya, tokkummaa hawaasummaa fi misooma biyyaalessaa keessatti gahee olaanaa qaba – Pirezidaant Taayyee Atsqasillaasee
Yaa’iin Dhaabbilee Amantaalee Itiyoophiyaa ga’ee isaa biyyaalessaa fi hawaasummaa ba’achaa jira – Qeesis Taagaay Taaddalaa
Comments
(0)
Add Comment