Finfinnee, Onkoloolessa 4, 2019(FMC)- Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa fi Daandiin Qilleensaa Chaayinaa Sawuzarn walitti hidhamiinsa geejjiba qilleensaa Afrikaafi Chaayinaa cimsuuf waliigalaniiru.
Waliigaltichi imaltoonni daandiiwwan qilleensaa lameeniin iddoowwan gahumsaa Afrikaafi Chaayinaatti haala salphaan akka imalan kan dandeessisu ta’uu ragaan Daandii Qilleensaa Itiyoophiyaarraa argame ni mul’isa.
#Itiyoophiyaa #BiyyaGuddoo #UummataGuddaa #MullataGuddaa