Fana: At a Speed of Life!

Daandiin Qilleensichaa Daandii Qilleensaa Chaayinaa Sawuzarn waliin walitti hidhamiinsa geejjiba qilleensaa Afrikaafi Chaayinaa cimsuuf waliigale

Finfinnee, Onkoloolessa 4, 2019(FMC)- Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa fi Daandiin Qilleensaa Chaayinaa Sawuzarn walitti hidhamiinsa geejjiba qilleensaa Afrikaafi Chaayinaa cimsuuf waliigalaniiru.
 
Waliigaltichi imaltoonni daandiiwwan qilleensaa lameeniin iddoowwan gahumsaa Afrikaafi Chaayinaatti haala salphaan akka imalan kan dandeessisu ta’uu ragaan Daandii Qilleensaa Itiyoophiyaarraa argame ni mul’isa.
 
 
#Itiyoophiyaa #BiyyaGuddoo #UummataGuddaa #MullataGuddaa
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.