Finfinnee, Waxabajjii 11, 2017 (FMC )- hojiileen misooma baala shaayee waloon misoomsuu godina Jimmaa fakkeenyummaa gaarii qaba jedhan Minstirri Muummee Itti aanaa obbo Tamasgeen Xirunaan.
Obbo Tamasgeen xurunaa fi qondaaltoonni olaanoo biroon hojii misooma baala shaayee godina jimmaa aanaa saqqaa coqorsaa daawwataniiru.
Daawwannaa isaaniin waloon hojjechuu haawaasa naannawichaa dinqisifataniiru.
kana malees hojiin misooma koriidarii baadiyyaa Jimmaa keessa jirus baadiyyaa ammayyeessuu keessatti gahee olaanaa bahaacha jira jedhan.
Abdurahmaan Mohaammaditu gabaase.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: FBC Afaan Oromoo
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.