Ispoortii

Ispoortii

Riyaal Maadriid 2 -1 Baarseloonaa

Finfinnee, Onkololeessa 16, 2018 (FMC) – ‎Taphoota Laaligaa Ispeen torbee 10ffaan Riyaal Maadriid Baarseloonaa injifate. Riyaal Maadriid taphoota El Kilaasikoo torba booda har'a galchii 2 fi 1n Baarseloonaa injifate. Kana hordofee Riyaal Maadriid qabxii isaa 27'n gahachuun laaligicha garaagarummaa qabxii 5'n dursuu eegaleera. #Oromia…
Read More...