Ispoortii
Atleetiko Maadrid fi Arsenaal – Tapha Guddaa Eegamu
Finfinnee, Ebla 21, 2018 (FMC)- Taphni walakkaa xumuraa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa galgala har’aa itti fufee gaggeeffama.
Sa’aatii 4:00 irratti Atleetiko Maadrid istaadiyeemii Riyaad Eer Meetiroopolitaanitti kilaba Ingilaand Arsenaal keessummeessa.
Taphni galgala har’aa kilaboota seenaa isaanii keessatti waancaa Shaampiyoonsi Liigii…
Read More...
PSG 5 – 4 Baayerni Muunik
Finfinnee, Ebla 20, 2018(FMC) –Tapha Walakkaa xumuraa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa marsaa jalqabaan PSGn Baayerni Muunik injifateera.
Tapha diraamaa guddaan irratti mul'ate kanaan PSGn galchii 5 fi 4'N Baayerni Muunik injifateera.…
Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaan morkiin har’a PSGn Baayerni Muunik waliin taasisu ni eegama
Finfinnee, Ebla 20, 2018 (FMC) – Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa tapha walakkaa xumuraa marsaa jalqabaan morkiin har’a PSGn Baayerni Muunik waliin taasisu ni eegama.
Taphni walakkaa xumuraa marsaan jalqabaa kun har’a halkan sa’aatii 4:00…
Maanchiister Yuunaayitiid vs Bireentifoordi …
Finfinnee, Ebla 19, 2018 (FMC)- Tapha Pirimeer Liigii Ingiliiz torbee 34ffaan Maanchiister Yuunaayitiid dirree isaa irratti Bireentifoordi ni keessumeessa.
Hirmaannaa Shaampiyoonsii liigii Awurooppaa argachuuf morkachaa kan jiru…
Bunni Itoophiyaa Qiddus Giyoorgisiin 3 fi 1’n injifate
Finfinnee, Ebla 18, 2018 (FMC) - Sagantaa tapha itti guutinsaa CBE Piriimiyar Liigii Itoophiyaa torbee 20ffaan Bunni Itiyoophiyaa Qiddus Giyoorgisiin 3 fi 1'n injifateera.
Tapha sa'aatii 9 irratti Istaadiyeemii Finfinneetti geggeeffame…
Tapha Qiddus Giyoorgis fi Buna Itiyoophiyaa har’a eegamu
Finfinnee, Ebla 18, 2018 (FMC)- Sagantaa tapha itti-guutinsaa torbee 20ffaa CBE piriimer liigii Itiyoophiyaan Qiddus Giyoorgisiifi Bunni Itiyoophiyaa har'a ni taphatu.
Taphichi har'a sa'aatii 9 irratti istaadiyeemii Finfinneetti…
Cheelsii fi Liidsi Yuunaayitid tapha walakkaa Xumuraa Waancaa FA irratti …
Finfinnee, Ebla 18, 2018 (FMC)- Sagantaa tapha Walakkaa xumuraa Waancaa FA Ingilaandiin taphni har'a Cheelsii fi Liidsi Yuunaayitid taphatan baay'ee eegama.
Taphoota darban shanan walitti aansee mo'amuun leenjisaa isaa Liyaam Rosiiniyeer…