Ispoortii
Tapha Faransaay fi Seeneegaal…
Finfinnee, Waxabajjii 9, 2018(FMC)- Tapha waancaa Addunyaa bara 2026 qopheessummaa Ameerikaa, Meeksiikoofi Kaanaadaan gaggeeffamaa jiruun guyyaa har’aas taphoonni marsaa jalqabaa itti fufanii ni taphatamu.
Ramaddii 9 jalatti kan argamtu Faransaay Seeneegaal waliin har’a galgala sa’aatii 4:00 irraa eegalee ni taphatti.
Ramaddii dhuma kana…
Read More...
Tapha Ispeen fi Keeppi Verdee…
Finfinnee, Waxabajjii 8, 2018(FMC)- Taphoonni marsaa jalqabaa waancaa addunyaa guyyaa har’aas itti fufanii ni taphatamu.
Ramaddii 8 irraa Ispeen fi yeroo jalqabaaf waancaa addunyaa irratti kan hirmaatte Keeppi Verdeen galgala sa’aatii…
Atileet Maammoo Hacaaluu fi Maahileet Kaasaahun Fiigicha Guddicha Boqojjii injifatan
Finfinnee, Waxabajjii 7, 2018(FMC) - Dorgommii fiigicha KM 12 yeroo 5ffaaf Boqojjiitti dorgomame dhiiraan atileet Maammoo Hacaaluu Ijaarsa Oromiyaa irraa injifateera.
Atileet Amaan Qaadii fi atileet Aliyyee Qaasim ammoo walitti…
Taphataa Garee Biyyaalessaa Kaanaadaa dhalootaan Itiyoophiyaa Alii Ahimad…
Finfinnee,Waxabajjii 6, 2018 (FMC) – Taphataan Kilaba Noorwiich Siitii Alii Ahimad Waancaa Addunyaa 23ffaarratti Garee Biyyaalessaa Kaanaadaaf taphataa jira.
Alii Ahimad Magaalaa Tooroontootti dhalatee guddate.
Maatii Itiyoophiyaa…
Shaampiyoonaan tapha Kubbaa Miilaa Magaalota godina Jimmaa eegale
Finfinnee,Waxabajjii 6, 2018 (FMC) – Godina Jimmaatti Shaampiyoonaan tapha Kubbaa Miilaa bulchiinsa magaaloota 33 hirmaachise eegalameera.
Itti gaafatamaan Waajjira Dargaggoofi Ispoortii godina Jimmaa obbo Nagumaa Makonniin, kaayyoon…
Waancaa Addunyaan har’a taphoonni lama ni taphatamu
Finfinnee,Waxabajjii 6, 2018 (FMC) –Waancaa Addunyaa 23ffaa Ameerikaa, Kaanaadaa fi Meeksikoon waloon qopheessan oolmaa guyyaa 3ffaan har’a taphoonni lama ni taphatamu.
Halkan sa’aatii 4:00 eegalee Qaataar Siwiizarlaandi waliin taphatti.…
Waancaa Addunyaan har’a Kaanaadaan Boosiniyaa waliin taphatti
Finfinnee,Waxabajjii 5, 2018 (FMC) – Taphoota Waancaa Addunyaa 23ffaan oolmaa guyyaa 2ffaan har’a Kaanaadaan Boosiniyaa waliin taphatti.
Taphni kun har’a halkan sa’aatii 4:00 eegalee Istaadiyeemii Tooroontootti taphatama.
Biyyoonni…