Ispoortii
Taphoonni torbee 5ffaa Piriimeer Liigii Ingilaandi har’aa eegaluun taphatamu
Finfinnee, Fulbaana 8, 2019 (FMC) – Taphoonni torbee 5ffaa Piriimeer Liigii Ingilaandi tapha har’a Bireentifoordi - Cheelsii keessummeessun eegalamu.
Bireentifoordi har’a halkan sa’aatii 4:00 eegalee Cheelsii waliin taphata.
Boru waaree booda sa’aatii 8:30 jalqabee taphoota arfan darbanirraa qabxii 2 qofa kan argate Tootenhaam , taphoota…
Read More...
Tapha waancaa Kaaraabaa’oon morkiin Maanchiister Yuunaayitiid har’a Biraayitan waliin taasisu ni…
Finfinnee, Fulbaana 6, 2019 (FMC) – Tapha marsaa 3ffaa waancaa Kaaraabaa’oon morkiin Maanchiister Yuunaayitiid har’a Biraayitan waliin taasisu ni eegama.
Har’a halkan sa’aatii 4:00 eegalee Maanchiister Yuunaayitiid Oldi Tiraafoorditti…
Keeniyaan Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa 2029 akka qopheessitu filatamte
Finfinnee, Fulbaana 5, 2019 (FMC) — Biyyi Baha Afrikaa Keeniyaan Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa bara 2029 akka qopheessituuf filatamteetti.
Keeniyaan Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa akka qopheessituuf filatamuu ishee hordofee,…
Obbo Isaayaas Jiraan Pireezidaantii Federeeshinii Kubbaa Miillaa Itiyoophiyaa ta’uun filataman
Finfinnee, Fulbaana 5, 2018(FMC) - Obbo Isaayaas Jiraan Pireezidaantii Federeeshinii Kubbaa Miillaa Itiyoophiyaa ta’uun filatamaniiru.
Yaa’ii idilee 18ffaa Federeeshinichaa har’a geggeeffame irratti sagalee 81 argachuun filatamaniiru.…
Dorgommiiwwan xumura torbee kana sadarkaa idil addunyaatti gaggeeffamaniin Atileetoonni Itiyoophiyaa…
Finfinnee, Fulbaana 4, 2019 (FMC) – Dorgommiiwwan Atileetiksii xumura torbee kana sadarkaa idil addunyaatti gaggeeffamaniin Atileetoonni Itiyoophiyaa injifannoon galaniiru.
Fiigichi Kiiloo Meetira 10 Taayilaanditti gaggeeffame Atileet…
Atileet Liqnaa Ambaawu dorgommii shaampiyoonaa Altiimeet, fiigicha meetira kuma 5 injifatte
Finfinnee, Fulbaana 3, 2019(FMC)- Atileet Liqnaa Ambaawu dorgommii shaampiyoonaa Altiimeet, fiigicha meetira kuma 5 dubartootaa injifatteetti.
Atileet Liqnaan dorgommicha daqiiqaa 14 fi sekondii 30 fi maayikiroo Sekondii 36’tti xumuruun…
Maanchisatar Siitii 1- 0 Maanchistar Yuunaayitid
Finfinnee, Fulbaana 3, 2019(FMC)- Tapha Piriimer Liigii Ingilaand torbee 4ffaan Maanchistar Siitiin Maanchistar Yuunaayitidiin galchii 1 fi 0 injifateera.
Tapha galgala kana Ooltiraafoorditti taphatameen galchii Haalaand lakkoofsiseen…