Ispoortii
Maanchister Yunaayitid fi Liidsi Yunaayitid qixa ba’an
Finfinnee, Mudde 26, 2018 (FMC)- Tapha piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 20ffaan Maanchister Yunaayitid fi Liidsi Yunaayitid 1-1'n qixa ba'an.
Maanchister Yunaayitidiif Maatiyaas Kunihaa yoo lakkoofsisu, Liidsi Yunaayitidiif ammoo Aroonsan galcheera.
Taphni liigichaa itti fufuun galgala sa'aatii 12 irratti Niwuukaasil Yunaayitid Kiristaal…
Read More...
Taphoonni mo’anii darbuu Waancaa Afrikaa lama har’a ni taphatamu
Finfinnee, Mudde 26, 2018 (FMC)- Tapha Waancaa Afrikaa 35ffaa Moorookootti geggeeffamaa jiruun har'a taphoonni mo'anii darbuu lama ni taphatamu.
Galgala sa'aatii 1 irratti Moorookoo fi Taanzaaniyaan kan taphatan tapha eegamuu dha.…
Taphni Har’a Maanchiister Siitiin Cheelsii waliin taphatu ni eegama.
Finfinnee, Mudde 26, 2018 (FMC) - Taphoota Piriimeer Liigii Ingiliiz torbee 20ffaan taphni har'a maanchiister Siitiin Cheelsii waliin taasisu ni eegama.
Har'a waaree booda sa’aatii 9:30 eegalee Liidis Yuunaayitiid Maanchiister…
Arsenaal Boornimaawuuz injifachuun dursummaa isaa cimsate
Finfinnee, Mudde 25, 2018 (FMC) –Taphoota Piriimer Liigii Ingiliz torbee 20ffaan Arsenaal Boornimaawuuz injifachuun dursummaa cimsateera.
Arsenaal galchii 3 fi 2'n Boornimaawuuz injifateera.
Arsenaal qabxii 48 walitti qabachuun…
Seenegaal nuusa xumuraaf darbite
Finfinnee, Mudde 25, 2018 (FMC)- Tapha waancaa Afrikaa 35ffaa Moorookootti taphatamaa jiruun Seeneegaal Sudaaniin galchii 3 fi 1’n injifachuun nuusa xumuraaf darbite.
Taphni galgala kana sa’aatii 4:00 irraa eegalee Maalii fi Tuuniziyaan…
Woolviis injifannoo jalqabaa galmeesse
Finfinnee, Mudde 25, 2018 (FMC) –Taphoota Piriimer Liigii Ingiliz torbee 20ffaan Woolvis Weesthaam Yuunaaytidiin galchii 3 fi 0’n injifachuun injifannoo jalqaba bara taphichaa galmeesseera.
Torban darbe gara Ooldi Tiraafoorditti imaluun…
Taphoonni moo’anii darbuu Waancaa har’aa eegaluun taphatamu
Finfinnee, Mudde 25, 2018 (FMC) – Taphoota moo’anii darbuu Waancaa Afrikaa 35ffaan har’a taphoonni lama ni taphatamu.
Galgala sa’aatii 1:00 eegalee Seeneegaal Sudaan waliin taphatti.
Biyyoonni lamaan taphoota waltajjiiwwan adda…