Ispoortii
Taphoonni Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa bara 2019 magaalota 7 keessatti taphatamu – Waldicha
Finfinnee, Qaammee 4, 2018 (FMC) – Taphoonni Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa bara 2019 Istaadiyeemoota magaalota 7 keessatti argamanitti taphatamu jedhe Waldaan Aksiyoonaa Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa.
Haaluma kanaan Istaadiyeemii Finfinnee, Yuunivarsiitii Saayinsii fi Teeknooloojii Adaamaa, Yuunivarsiitii Hawaasaa, Magaalaa Bahiir Daar,…
Read More...
Taphni har’a Naappooliin Arsenaal, Liiverpuul ammoo Atileetikoo Maadriid keessummeessan ni eegamu
Finfinnee, Qaammee 4, 2018 (FMC) – Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaan taphni har’a Naappooliin Arsenaal, Liiverpuul ammoo Atileetikoo Maadriid keessummeessan ni eegamu.
Har’a galgala sa’aatii 1:45 eegalee Baarseloonaan – Feyenoord,…
Taphoonni Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa bara kanaa har’a eegalu
Finfinnee, Qaammee 3, 2018 (FMC) – Taphoota Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa bara kanaa har’a eegaluun morkiin Riyaal Maadriid Intermiilaan waliin taasisu ni eegama.
Har’a taphoonni 6 kan taphataman yoo ta’uu halkan sa’aatii 4:00 jalqabee…
Shaampiyoonaan Atileetiksii Guddattoota umurii 17 gadii magaalaa Shaggar olaantummaa magaalaa…
Finfinnee, Qaammee 1, 2018(FMC) - Waldorgommiin Atileetiksii Guddattootaa Umurii 17 gadii Bulchiinsa Magaalaa Shaggar guyyoota shaniif geggeeffamaa ture xummurame.
Dorgommii kanarratti kutaaleen magaalaa salganuu qooda kan fudhatan yoo…
Darbii Landan 213ffaa si’oominaan eegamu
Finfinnee, Qaammee 1, 2018 (FMC) – Piriimeer liigii Ingilaandi torbee 3ffaan taphni darbii Landan Arsenaal Cheelsii keessummeessu akkaan eegama.
Taphoota Kilaboota lamaan gidduutti hanga ammaatti taphatame 212 keessaa Arsenaal yeroo 87…
Dorgommii Daayimand Liigii fiigicha gufachiisaa meetira 3,000’n Atileet Gammachuu Godaanaa…
Finfinnee, Hagayya 30, 2018 (FMC) – Dorgommii Daayimand Liigii Biraaselsitti gaggeeffameen, atileetiin Itiyoophiyaa Gammachuu Godaanaa fiigicha gufachiisaa meetira 3,000 injifateera.
Atileet Gammachuun yeroo daqiiqaa 8, sekondii 08 fi…