Ispoortii
Arsenaal Niwuukaasiliin injifachuun dursummaa liigichaa deebifate
Finfinnee, Ebla 17, 2018 (FMC) - Sagantaa taphaa piriimer Liigii Ingilaandi torbee 34ffaan Arsenaal Nimuukaasil Yuunaayitidiin 1 fi O'n injifateera,
Tapha Emereetitti taphatameen Eberichee Eezee Arsenaaliif galchii tokkittii ittiin injifate lakkoofsiseera.
kanaanis Arsenaal taphoota lamaan darban walitti aansee erga injifatamee booda gara…
Read More...
Maanchister Siitiin Saawuzaampitan injifachuun tapha xumuraaf darbe
Finfinnee, Ebla 17, 2018(FMC)- Tapha waancaa FA Ingilaandiin Maanchister Siitiin Saawuzaampitan galchii 2 fi 1'n injifachuun xumuraaf darbeera.
Saawuzaampitan galchii Fiin Azaaz lakkoofsiseen dursuu eegalus, Jarmii Dookuu fi Niikoo…
Liivarpuul Kiristaal Paalaasiin injifate
Finfinnee, Ebla 17, 2018 (FMC) – Tapha Piriimer Liigii Ingiliz torbee 34ffaan dirree isaa Anfildi irratti Kiristaal Paalaas waliin kan taphate Liivarpuul galchii 3 fi 1 injifateera.
Tapha dursee taphatameen Fuulhaam Aston Viilaa galchii…
Arseenaal Dursummaa Liigichaa deebifachuuf…
Finfinnee, Ebla 17, 2018 (FMC)- Tapha Pirimeer liigii Ingiliiz torbee 34ffaan Arseenaal dirree isaa irratti galgala sa’aatii 1:30 irratti Niwukaasil Yuunayitiid ni keessummeessa.
Baatiiwwan dheeraaf liigicha dursa kan ture kilabni Kaabaa…
Cheelsiin leenjisaa Liyaam Rooseeniyariin gaggeesse
Finfinnee, Ebla 14, 2018(FMC)- Cheelsiin leenjisaa Liyaam Rooseeniyariin gaggeesseera.
Kilabichi leenjisicha kan gaggeesse bara faranjootaa 1912 booda yeroo jalqabaaf kilabichi galchii tokkollee osoo hin lakkoofsisiin walitti aansuun…
Chelsiin injifatamuu itti fufe
Finfinnee, Ebla 13, 2018(FMC) - Sagantaa taphaa pirimer Liigii Ingilaandi torbee 34ffaan Cheelsiin Biraayitaniin injifatameera.
Tapha halkan sa'aatii 4 irratti taphatameen Biraayitan galchiiwwan Kaadiyoogiloo, Hiinshelwud fi Weelbeek…
Walga’iin Idilee 29ffaan Federeeshinii Atleetiksii Itoophiyaa murteewwan garaa garaa dabarsuun…
Finfinnee, Eebila 13, 2018 (FMC) - Walga’iin Idilee 29ffaan Federeeshinii Atleetiksii Itoophiyaa guyyoota lamaaf gaggeeffamaa ture murteewwan garaa garaa dabarsuun xumurameera.
Murteewwan ijoo dabarsaman keessaa:
* Danbiin…