Ispoortii
Astoon Viilaan injifannoo jalqabaa galmeesse
Finfinnee, Fulbaana 9, 2019 (FMC) – Astoon Viilaan Tootenhaam injifachuun taphoota Piriimeer Liigii Ingilaandi bara kanaan injifannoo jalqabaa galmeessera.
Tapha Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 5ffaa har'a taphatameen Astoon Viilaan galchii 3 fi 2’n Tootenhaam injifateera.
Tootenhaam taphoota 5 irraa qabxii 2 qofa argachuun sadarkaa 18ffaa…
Read More...
Fiigicha daandirraa Atileetiksii Addunyaan Itiyoophiyaa meedaaliyaa Warqee jalqabaa argatte
Finfinnee, Fulbaana 9, 2019 (FMC) – Fiigicha daandiirraa Atileetiksii Addunyaa Kooppeenhagen Deenmaarkitti har'a gaggeeffameen Itiyoophiyaan meedaaliyaa Warqee jalqabaa argatteetti.
Fiigicha meetira kuma 5 dubartoota gidduutti…
Itiyoophiyaa vs Taanzaaniyaa…
Finfinnee, Fulbaana 9, 2019 (FMC) – Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessaa Itiyoophiyaa umrii waggaa 20 gadii har’a gita isaa Taanzaaniyaa waliin taphata.
Tapha gulaallii waancaa Seekaafaa umrii waggaa 20 gadii qopheessummaa Taanzaaniyaan…
Dorgommiin daandiirraa Atileetiksii Addunyaa Kooppeenhagenitti har’a gaggeeffama
Finfinnee, Fulbaana 9, 2019 (FMC)- Dorgommiin daandiirraa Atileetiksii Addunyaa Kooppeenhagen Deenmaarkitti har'a ni gaggeeffama.
Dorgommichi guyyoota lamaaf kan gaggeeffamu yoo ta’u, guyyaa jalqabaa fageenyoota afuriin ni…
Arsenaal Biraayitan waliin – Taphoota Piriimeer Liigii har’aa
Finfinnee, Fulbaana 9, 2019 (FMC) — Sagantaa torbee 5ffaa Piriimeer Liigii Ingiliziin har’a taphoonni 5 ni taphatamu.
Sagantaa guyyaa har’aan jalqaba irratti Tootenhaam Hootspur fi Aaston Viilaan waliin taphatu.
Kilaboonni lamaan…
Cheelsiin Bireentfoordiin injifatame
Finfinnee, Fulbaana 8, 2019(FMC) - Tapha Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 5ffaan Bireentfoord Cheelsii 3-0'n injifateera.
Kanaanis Cheelsiin bara dorgommii kanatti yeroo 2ffaaf mo'amuu isaa ti.
Galchiiwwan Bireentfoord ittiin…
Fiigichi Guddaan Irreechaa gaggeeffamuufi
Finfinnee, Fulbaana 8, 2019 (FMC)- Ayyaana Irreechaa sababeeffachuun Fulbaana 21, 2019 magaalaa Bishooftuutti fiigichi guddaan daandiirraa kiiloomeetira 10 ni gaggeeffama.
Fiigicha guddaa mul’iftuu aadaa fi Ispoortii…