Ispoortii
Tapha waancaa Afrikaan har’a taphoonni sadii ni taphatamu
Finfinnee, Mudde 13, 2018 (FMC) – Tapha waancaa Afrikaa 35ffaan har’a taphoonni sadii ni taphatamu.
Har’a waaree booda sa’aatii 11:00 irraa eegalee Maaliin Zaambiyaa waliin ni taphatu.
Gareen lameen taphoota garaagaraa hanga ammaatti waliin taphatan 6 keessaa Zaambiyaan yeroo 2 yoo injifattu, Maaliin yeroo 1 injifachuun taphoota 3 ammoo…
Read More...
Magaalaa Dirre Dawaa fi magaalaan Adaamaa qixa ba’an
Finfinnee, Mudde 12,2018(FMC) - Tapha Piriimiyar Liigii CBE Itiyoophiyaa torbee 10ffaan Magaalaan Adaamaa fi Magaalaan Dirre Dawaa 1 - 1 qixa ba'an.
Guyyaa sa'aatii 7:00 irratti Istaadiyeemii Finfinneetti tapha taphatameen Yaareed…
Itiyoophiyaan Shaampiyoonaa Kaaraatee Afrikaa Bahaa 15ffaa olaantummaan xumurte
Finfinnee, Mudde 12, 2018 (FMC) – Qopheessummaa Itiyoophiyaan gaggeeffamaa kan ture dorgommiin Shaampiyoonaa Kaaraatee Afrikaa Bahaa 15ffaan olaantummaa Itiyoophiyaan xumurameera.
Shaampiyoonaa Kanaan dorgomtoonni Itiyoophiyaa dorgommii…
Taphoonni Piriimeer Liigii Ingiliiz torbee 17ffaan har’aa eegaluun hanga wiixataatti taphatamu
Finfinnee, Mudde 11, 2018 (FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Ingiliiz torbee 17ffaa har’aa eegaluun hanga Wiixataatti taphatamaniin falmiin Niwuukaasiil Cheelsii fi Tootanhaam ammoo Liiverpuul waliin taasisan ni eegama.
Har’a waaree booda…
Lakkoolee Itiyoophiyaaf meedaaliyaa dabalataa 2 argamsiisan
Finfinnee, Mudde 10, 2018 (FMC) – Dorgommii taphoota Olompikii dargaggoota Afrikaa Angoolaa Luwaandaatti gaggeeffamaa jiruun ulfaatiina kaasuun yeroo jalqabaaf lakkooleen Itiyoophiyaaf meedaaliyaa dabalataa 2 Itiyoophiyaaf argamsiisaniiru.…
Kilabni Kubbaa Miilaa Dubartootaa Shaggar injifannoo galmeessuu itti fufe
Finfinnee, Mudde 9, 2018 (FMC) - Taphoota Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 13ffaa har'a taphatameen Shaggar Kutaa Magaalaa Boolee injifate.
Kilabiin Kubbaa Miilaa Dubartoota Magaalaa Shaggar galchii 2 fi 1'n kutaa magaalaa Boolee…
Itiyoophiyaan taphoota Olompikii dargaggoota Afrikaa 5ffaa akka qopheessitu filatamte
Finfinnee, Mudde 7, 2018 (FMC) - Itiyoophiyaan taphoota Olompikii dargaggoota Afrikaa 5ffaa akka qopheessitu filatamteerti.
Taphoota Olompikii dargaggoota Afrikaa 4ffaa Angoolaa Magaalaa Luwaandaatti gaggeeffamaa jiruun gaaffiin…