Ispoortii

Ispoortii

Itiyoophiyaan dorgommii Ispoortii Aadaa fi Feestivaala Ispoortii Aadaa Afrikaa akka qopheessitu filatamte

Finfinnee, Bitootessa 21, 2018(FMC) – Itiyoophiyaan seenaa keessatti yeroo jalqabaaf dorgommii Ispoortii Aadaa fi Feestivaala Ispoortii Aadaa Afrikaa akka qopheessitu filatamte. Yeroo dhihoo miseensummaa Konfedereshiinii Ispoortii Aadaa Afrikaa kan argatte Itiyoophiyaan dorgommii Ispoortii Aadaa fi Feestivaala Ispoortii Aadaa Afrikaa qopheessuuf…
Read More...