Ispoortii

Ispoortii

Maanchister Siitiin Koveentarii Siitii mo’ate

Finfinnee, Hagayya 30, 2018 (FMC) – Sagantaa taphaa torbee 3ffaa Piriimer Liigii Ingilaandiin Maanchister Siitiin Koveentarii Siitii 1-0’n injifateera. Tapha galgala sa’aatii 11:00 irratti Istaadiyeemii Etihaditti gaggeeffame keessatti, galchii Maanchister Siitiin qabxii sadii ittiin argate Erliing Haalaand galcheera. kanaanis Maanchister…
Read More...