Ispoortii
Liiverpuul 2 – 2 Notiingahaam Foresti
Finfinnee, Hagayya 23, 2018 (FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 2ffaa har’a taphatameen Liiverpuul Notingahaam Foresti waliin qixa bahe.
Tapha har’a waaree booda sa’aatii 8:30 eegalee taphatameen Liiverpuul Notiingahaam Foresti waliin galchii 2 qixa xumureera.
Liiverpuul taphoota lamarratti galchiiwwan 4 lakkoofsisuun,…
Read More...
Kiristaal Paalaas Vs Maanchistar Siitii
Finfinnee, Hagayya 22, 2018 (FMC) –Tapha Piriimer Liigii Ingilaand torbee 2ffaan har’a galgala Kiristaal Paalaas fi Maanchistar Siitiin ni taphatu.
Taphichi galgala sa’aatii 4:00 irraa eegalee istaadiyeemii Seelhaarest Paarkitti…
Bu’uuraaleen misoomaa Ispoortii mijatoon waan hojjetamaniif gosoonni Ispoortii garaagaraa…
Finfinnee, Hagayya 21, 2018 (FMC)- Magaalaa Finfinneetti bu’uuraaleen misoomaa Ispoortii mijatoon waan hojjetamaniif gosoonni Ispoortii garaagaraa gaggeeffamaa jiru jedhan kantiibaan magaalichaa Aadde Adaanech Abeebeen.
Aadde Adaanech…
Atileet Yoomiif Qajeelchaa fi Foteen Tasfaay simannaa hoo’aan simataman
Finfinnee, Hagayya 20, 2018 (FMC) — Dorgommii walakkaa maaraatoonii Arjentiinaa, magaalaa Bonas Ayresitti gaggeeffameen, atileetota dhiiraa keessaa rikordii addunyaa haaraa kan galmeesse Atileet Yoomiif Qajeelchaa fi dorgommii atileetota…
Itiyoophiyaan guyyaa jalqabaa Tapha Dargaggootaa ‘ANOCA’ Zoonii 5ffaa irratti madaaliyaa warqee 4…
Finfinnee, Hagayya 20, 2018 (FMC) – Keeniyaan keessummeessaa kan jirtu Tapha Dargaggootaa ‘ANOCA’ Zoonii 5ffaa bara 2026 irratti, guyyaa jalqabaa Itiyoophiyaan madaaliyaa warqee 4 argatte.
Itiyoophiyaan madaaliyaa warqee kanneen kan…
Cheelsiin Fulhaam injifate
Finfinnee, Hagayya 18, 2018 (FMC) — Liigii Piriimarii Ingilaandi torban jalqabaa irratti, Cheelsiin Fulhaam 3–2n mo’achuun bara haaraa injifannoon jalqabeera.
Goolota Cheelsiif Joo Pedro, Moorgan Rojeers fi Kooli Paalmeer galchaniiru.…
Itiyoophiyaan Waancaa Afrikaa 2028 keessummeessuuf CAF’f gaaffii dhiyeessite
Finfinnee, Hagayya 18, 2018 (FMC) - Itiyoophiyaan Waancaa Afrikaa bara 2028 keessummeessuuf sanada gaaffii dhiyeessite Konfedereeshinii Kubbaa Miilaa Afrikaa (CAF)’f galchite.
Federeeshiniin Kubbaa Miilaa Itiyoophiyaa, mootummaa…