Ispoortii

Ispoortii

Machaal 1 – 2 Buna Sidaamaa

Finfinnee, Sadaasa 17, 2018 (FMC) – Taphoota CBE Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 7ffaan Bunni Sidaamaa Machaal injifateera. Tapha har’a waaree booda sa’aatii 7:00 eegalee taphatameen Bunni Sidaamaa galchii 2 fi 1’n Machaal injifateera. Bunni Sidaamaa qabxii 16 walitti qabachuun liigicha dursuu yoo eegalu, Magaalaan Hawaasaa qabxii 13’n…
Read More...

Adaamaa 1- 0 Bahiir Daar

Finfinnee, Sadaasa 16, 2018 (FMC) –Taphoota CBE Piriimer Liigii Itiyoophiyaa Torbee 7ffaan Magaalli Adaamaa Bahiir Daar injifateera. Adaamaan galchii Abbubakir Saaniin daqiiqaa 75ffaarratti lakkoofsiseen magaalaa Bahiir daar galchii 1 fi…

Arsenaal 4 – 1 Tootenhaam

Finfinnee, Sadaasa 14, 2018 (FMC) – Darbiin Kaaba Landan 212ffaan olaantummaa Arsenaaliin xumurameera. Arsenaal galchii 4 fi 1'n Tootenhaam injifachuun dursummaa isaa cimsateera. Eeberichi Eezzeen galchii 3 fi Toreezaardi galchii 1…