Ispoortii
Shaampiyoonaa liigichaa Buna Sidaamaaf simannaan gootaa taasifame
Finfinnee, Adoolessa 6, 2018 (FMC) – Shaampiyoonaa taphoota CBE Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa bara 2018 kan ta’e Buna Sidaamaaf Magaalaa Hawaasaatti simannaan gootaa taasifameefira.
Deeggartoonni, jiraattoonni naannichaa fi Magaalaa Hawaasaa Addabaabayiitti argamuun simannaa taasisaniifiru.
Kilabni Kubbaa Miilaa Buna Sidaamaa bara kana…
Read More...
Morkattoota walakkaa xumuraa arfan…
Finfinnee, Adoolessa 5, 2018(FMC)- Dorgommii waancaa addunyaa bara kanaa yeroo jalqabaaf biyyoota 48 hirmaachiseen biyyoonni 44 gaggeeffamuun afur qofti hafaniiru.
Tapha waancaa addunyaa bara kanaa qopheessummaa Ameerikaa, Kaanaadaa fi…
Paappee Tiyaawu leenjisummaa irraa gaggeeffaman
Finfinnee, Adoolessa 5, 2018(FMC)- Leenjisaan garee biyyaalessaa Seeneegaal Paappee Tiyaawu leenjisummaa irraa gaggeeffamaniiru.
Seeneegaal tapha mo’anii darbuun Beeljiyeemiin injifatamuun dorgommicha keessaa bahuun kan yaadatamudha.…
Arjantiinaan gara walakkaa xumuraatti dabarte
Finfinnee, Adoolessa 5, 2018 (FMC) - Waancaa Addunyaa 23ffaan tapha nuusa xumuraa magaalaa Kaansaasitti taphatameen Arjantiinaan Siwiizerlaandiin 3 fi 1n mo'atteetti.
Arjantiinaan daqiiqaa 10ffaa irratti galchii Aleksiis Maakaalistar…
Ingilaand Noorweey injifachuun gara xumura walkkaatti dabarte
Finfinnee, Adoolessa 4, 2018 (FMC) - Sagantaa tapha dorgommii waancaa addunyaa bara 2026 nuusa xumuraan Ingilaand Noorweey'n 2 fi 1n injifachuun gara walakkaa xumuraatti dabarteetti.
Gareen lamaanuu tapha idilee daqiiqaa 90 keessatti 1…
Joorj Jeesuus leenjisaa garee biyyaalessaa Poorchugaal ta’an
Finfinnee, Adoolessa 3, 2018(FMC)- Leenjisaa Roobeertoo Maartiineez waliin adda kan bahe gareen biyyaalessaa Poorchugaal Joorj Jeesuusiin leenjisaa isaa gochuun muudeera.
Leenjisaan duraanii Al Naasir Joorj Jeesuus garee biyyaalessaa…
Ispeen vs Beeljiyeem …
Finfinnee, Adoolessa 3, 2018 (FMC) - Waancaa Addunyaa 23ffaa qopheessummmaa Ameerikaa, Kaanaadaa fi Meeksikoon gaggeeffamaa jruun taphni nuusa xumuraa har’as itti fufe taphatama.
Har’a halkan sa’aatii 4:00 irra eegalee taphni Ispeen…