Ispoortii
Piriimer Liigii Ingiliziin har’a taphoonni 4 ni taphatamu
Finfinnee, Fulbaana 10, 2019 (FMC) – Piriimer Liigii Ingiliz torbee 5ffaan guyyaa har’aa taphoonni 4 ni taphatamu.
Sa’aatii 10:00 irraa eegalee Maanchistar Siitiifi Sandarlaand ni taphatu.
Sa’aatuma walfakkaataatti Liivarpuul fi Barnimaawuz, Liidsi Yuunaayitid fi Kiristaal Paalaas wal morkatu.
Sa’aatii 12:30 irraa eegalee ammoo Maanchistar…
Read More...
Biraayitan 3 – 0 Arsenaal
Finfinnee, Fulbaana 9, 2019 (FMC) – Piriimeer Liigii Ingilaandi taphoota torbee 5ffaan Biraayitan Arsenaal injifateera.
Tapha har’a waaree booda sa’aatii 11:00 eegalee taphatameen Biraayitan galchii 3 fi 0’n Arsenaal injifateera.…
Astoon Viilaan injifannoo jalqabaa galmeesse
Finfinnee, Fulbaana 9, 2019 (FMC) – Astoon Viilaan Tootenhaam injifachuun taphoota Piriimeer Liigii Ingilaandi bara kanaan injifannoo jalqabaa galmeessera.
Tapha Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 5ffaa har'a taphatameen Astoon Viilaan…
Fiigicha daandirraa Atileetiksii Addunyaan Itiyoophiyaa meedaaliyaa Warqee jalqabaa argatte
Finfinnee, Fulbaana 9, 2019 (FMC) – Fiigicha daandiirraa Atileetiksii Addunyaa Kooppeenhagen Deenmaarkitti har'a gaggeeffameen Itiyoophiyaan meedaaliyaa Warqee jalqabaa argatteetti.
Fiigicha meetira kuma 5 dubartoota gidduutti…
Itiyoophiyaa vs Taanzaaniyaa…
Finfinnee, Fulbaana 9, 2019 (FMC) – Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessaa Itiyoophiyaa umrii waggaa 20 gadii har’a gita isaa Taanzaaniyaa waliin taphata.
Tapha gulaallii waancaa Seekaafaa umrii waggaa 20 gadii qopheessummaa Taanzaaniyaan…
Dorgommiin daandiirraa Atileetiksii Addunyaa Kooppeenhagenitti har’a gaggeeffama
Finfinnee, Fulbaana 9, 2019 (FMC)- Dorgommiin daandiirraa Atileetiksii Addunyaa Kooppeenhagen Deenmaarkitti har'a ni gaggeeffama.
Dorgommichi guyyoota lamaaf kan gaggeeffamu yoo ta’u, guyyaa jalqabaa fageenyoota afuriin ni…
Arsenaal Biraayitan waliin – Taphoota Piriimeer Liigii har’aa
Finfinnee, Fulbaana 9, 2019 (FMC) — Sagantaa torbee 5ffaa Piriimeer Liigii Ingiliziin har’a taphoonni 5 ni taphatamu.
Sagantaa guyyaa har’aan jalqaba irratti Tootenhaam Hootspur fi Aaston Viilaan waliin taphatu.
Kilaboonni lamaan…