Ispoortii

Ispoortii

Dorgommiin Shaampiyoonaa Ispoortii Aadaa aanaalee godina Jimmaa 31ffaa fi Feestivaalli Aadaa 18ffaan eegalame

Finfinnee, Mudde 2,2018(FMC) - Dorgommiin Shaampiyoonaa Ispoortii Aadaa aanaalee godina Jimmaa 31ffaa fi Feestivaalli Aadaa 18ffaan magaalaa Jimmaatti gaggefamuu egaleera. Dorgammicha haasan kan banan Bulchaan Godina Jimmaa obbo Tijaanii Naasir akka wayita kana akka ibsanitti, aadaan ibsituu eenyummaa waan ta'eef, dhaloonni har'aa aadaa…
Read More...