Ispoortii

Ispoortii

Liiverpuul 2 – 2 Notiingahaam Foresti

Finfinnee, Hagayya 23, 2018 (FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 2ffaa har’a taphatameen Liiverpuul Notingahaam Foresti waliin qixa bahe. Tapha har’a waaree booda sa’aatii 8:30 eegalee taphatameen Liiverpuul Notiingahaam Foresti waliin galchii 2 qixa xumureera. Liiverpuul taphoota lamarratti galchiiwwan 4 lakkoofsisuun,…
Read More...

Cheelsiin Fulhaam injifate

Finfinnee, Hagayya 18, 2018 (FMC) — Liigii Piriimarii Ingilaandi torban jalqabaa irratti, Cheelsiin Fulhaam 3–2n mo’achuun bara haaraa injifannoon jalqabeera. Goolota Cheelsiif Joo Pedro, Moorgan Rojeers fi Kooli Paalmeer galchaniiru.…