Ispoortii
Piriimar Liigiin Ingilaand har’a jalqaba
Finfinnee, Hagayya 15, 2018 (FMC) – Piriimar Liigiin Ingilaand bara dorgommii 2026/27 har'a galgala sa'aatii 4:00 irratti, tapha Shaampiyoonaa bara darbee Arsenaal fi Koovantirii Siitii gidduutti gaggeeffamuun jalqaba.
Bara dorgommii darbee waancaa liigichaa kan mo'ate Kilabni Kaaba Landan Arsenaal, waancaa liigichaa walitti aansee lammaffaaf…
Read More...
Dorgommii Pirezidaantummaa Federeeshinii Kubbaa Miillaa Itiyoophiyaa…
Finfinnee, Hagayya 13, 2018 (FMC) — Obbo Iisaayyaas Jiraa Booshoo filannoo Pireezidaantummaa Federeeshinii Kubbaa Miilaa Itiyoophiyaa irratti qofaa isaanii dorgommiif dhiyaataniiru.
Filannoon Pirezidaantummaa Federeeshinii Kubbaa Miilaa…
Maanchiister Yunaayitiid Kaarloos Baaleebaa mallatteessisuufi
Finfinnee, Hagayya 13, 2018 (FMC) -Maanchiister Yunaayitiid taphataa sarara gidduu Kaameeruun Kaarloos Baaleebaa kilabii Biraayitan irraa mallatteessuuf dhiyaateera.
Maanchiister Yunaayitiid taphataa kanaaf kaffaltii dabarsa…
Roodriin Baarseloonaatti makame
Finfinnee, Hagayya 12, 2018 (FMC) — Taphataan sarara gidduu lammiin Ispeen Roodriigoo Heernaandez, Roodrii jedhamuun beekamu, Baarsaloonaatti makameera.
Roodriin waggoota torba Maanshester Siitii keessatti dabarseen, Shaampiyoons Liigii…
Paatrik Viyeeraan Leenjisaa Garee Biyyaalessa Seeneegaal Ta’uun Muudame
Finfinnee, Hagayya 12, 2018 (FMC) - Leenjisaan lammii Faransaay Paatrik Viyeeraan leenjisaa garee biyyoolessa Seeneegaal ta'uun muudameera. Leenjisaan ganna 50 Paatrik Viyeeraan waliigaltee waggaa afurii kan garee biyyoolessaa Seeneegaal…
Arseenal fi Maanchistar Siitiin tapha xumuraa waancaa Komuniitii Shiildii irratti waliin taphatu
Finfinnee, Hagayya 10, 2018 (FMC) — Arseenal fi Maanchistar Siitiin tapha xumuraa waancaa Komuniitii Shiildii irratti har’a waliin taphatu.
Arseenaal waancaa Pirimiyeer Liigii, Maanchistar Siitiin immoo waancaa FA moo’achuun, tapha…
Tapha PSG fi Aston Viilaa haalaan eegamu
Finfinnee, Hagayya 6, 2026 (FMC) – Taphni xumuraa Suppar Kaappii Awurooppaa har’a galgala PSJ fi Aston Viilaa gidduutti taphatama.
Taphni Shaampiyoonaa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa kan ta’e PSG fi Shaampiyoonaa Liigii Awurooppaa kan…