Ispoortii
Goota Maaraatoonii Atileet Taammiraat Tolaa…
Finfinnee, Amajjii 8, 2018 (FMC) – Goonni fiigicha Maaraatoonii Atileet Taammiraat Tolaan injifannoo galmeessuu itti fufeera.
Atileet Taammiraat Tolaan fiigicha Maaraatoonii har’a Dohaatti gaggeeffame riikkoordii fooyyessuun injifateera.
Taammiraat fageenyicha sa'aatii 2:05:39 xumuruun injifate.
Atileet Taammiraat Tolaan, Olompikii Paariis…
Read More...
Moorookoon tapha xumuraa waancaa Afrikaaf dabarte
Finfinnee, Amajjii 6, 2018 (FMC) –Tapha walakkaa xumuraa Waancaa Afrikaa halkan kana taphatameen Moorookoon Naayijeeriyaa injifachuuf xumuraaf dabarte.
Sa'aatiin idilee galchii malee xumuramuun rukkuttaa adda bahiinsaan Moorookoo gachii…
Seeneegaal waancaa Afrikaaf dabarte
Finfinnee, Amajjii 6, 2018 (FMC) – Tapha waancaa Afrikaa 35ffaa Moorookootti gaggeeffamaa jiruun Seeneegaal tapha walakkaa xumuraa Ijiptiin galchii 1 fi 0’n injifachuun waancaaf dabarteetti.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa…
Waancaa Afrikaan har’a taphoonni walakkaa xumuraa 2 ni taphatamu
Finfinnee, Amajjii 6, 2018 (FMC) – Taphoota waancaa Afrikaa 35ffaa qopheessummaa Moorookoon gaggeeffamaa jiruun har’a taphoonni walakkaa xumuraa 2 ni taphatamu.
Galgala sa’aatii 2:00 eegalee morkiin Seeneegaal Ijipti waliin taasiiftu ni…
Niwukaasil Yuunaayitid Maanchistar Siitii waliin…
Finfinnee, Amajjii 5, 2018 (FMC) – Tapha marsaa jalqabaa walakkaa xumraa Waancaa Kaaraabaa’oo Ingiliziin har’a galgala Niwukaasil Yuunaayitid fi Maanchistar Siitiin waliin taphatu.
Shaampiyoonaa dorgommichaa bara darbee kan ta’e…
Jilli garee Atileetiksii Itiyoophiyaa Shaampiyoonaa qaxxaamura biyyaa addunyaa irratti hirmaate…
Finfinnee, Amajjii 5, 2018 (FMC) – Jila garee Atileetiksii Itiyoophiyaa Shaampiyoonaa qaxxaamura biyyaa addunyaa Ameerikaa Filooriidaatti gaggeeffame irratti hirmaateef simannaan taasifameera.
Sagantaa simannaa kanarratti Ministira…
Yaavii Aloonsoon Riyaal Maadriid waliin gargar bahe
Finfinnee, Amajjii 4, 2018 (FMC) –Leenjisaan Riyaal Maadriid Yaavii Aloonsoon kilabicha waliin gargar bahuu ifoome.
Tapha waancaa Suupar Kaappii Ispeenirratti Baarseloonaan galchii 3 fi 2'n injifatamuu hordofee kilabichaan gargar bahuutu…