Ispoortii
Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaan morkii Cheelsiin Baarseloonaa waliin taasisu…
Finfinnee, Sadaasa 16, 2018 (FMC) – Taphoonni Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa marsaa 5ffaan har’aa eegaluun taphatamu.
Taphoonni marsaa 5ffaa kunneen har’a halkan sa’aatii 2:45 jalqabee Ayaaks Amistardaam – Beeneefikaa, Galaataasaraay ammoo Inniyoon senti Giloosee waliin falmii taasisaniin eegalama.
Halkan sa’aatii 5:00 eegalee morkiin…
Read More...
Gareen Biyyaalessa Itiyoophiyaa umrii waggaa 17 gadii walakkaa xumuraaf darbe
Finfinnee, Sadaasa 15, 2018 (FMC) –Gulaallii Waancaa Bahaa fi Giddugaleessa Afrikaan Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessaa Itiyoophiyaa umrii waggaa 17 gadii walakkaa xumuraaf darbe.
Keeniyaan Sudaan Kibbaa galchii 2 fi 0'n injifachuu hordofee…
Maanchiister Yuunaayitiid vs Eevartan…
Finfinnee, Sadaasa 15, 2018 (FMC) – Piriimeer Liigii Ingiliiz taphoota torbee 12ffaan har’a Maanchiister Yuunaayitiid Eevartan keessummeessa.
Taphni har’a halkan sa’aatii 5:00 eegalee taphatamu kun xiyyeeffannoo argateera.
Kilaboonni…
Arsenaal 4 – 1 Tootenhaam
Finfinnee, Sadaasa 14, 2018 (FMC) – Darbiin Kaaba Landan 212ffaan olaantummaa Arsenaaliin xumurameera.
Arsenaal galchii 4 fi 1'n Tootenhaam injifachuun dursummaa isaa cimsateera.
Eeberichi Eezzeen galchii 3 fi Toreezaardi galchii 1…
Fiigichi guddaan Itiyoophiyaa akka guddatuuf ni hojjenna- Kantiibaa Adaanech Abeebee
Finfinnee, Sadaasa 14, 2018(FMC)- Kantiibaan Magaalaa Finfinnee aadde Adaanech Abeebeen Fiigichi Guddaan Itiyoophiyaa sadarkaa idil-addunyaatti akka guddatuuf ni hojjenna jedhan.
Aadde Adaanech Abeebeen ergaa miidiyaa hawaasummaa…
Cheelsiin Barnileyiin injifate
Finfinnee, Sadaasa 13, 2018(FMC) – Sagantaa Piriimizar Liigii torbee 12ffaan Cheelsiin Barnileyiin 2-0'n injifateera.
Peedroo Neetoo fi Eenzoo Farnaandez Cheelsiif galchii lakkoofsisaniiru.
#Oromia #Ethiopia
Magaalaan Shaggar Arbaa Minciin injifate
Finfinnee, Sadaasa 13, 2018(FMC) – Sagantaa taphaa Piriimiyar Liigii CBE Itiyoophiyaa torbee 6ffaan Magaalaan Shaggar Arbaa Minciin injifateera.
Istaadiyemii Yuniivarsiitii Hawaasaatti sa'aatii 9 irratti tapha taphatameen galchii Shaggar…