Ispoortii
Morkii Faransaayii fii Moorokoo gidduutti taasifamu…
Finfinnee, Adoolessa 2, 2018 (FMC) – Tapha nuusa xumuraa Waancaa Addunyaa har’a eegaluun morkiin Faransaay Moorokoo waliin taasiftu ni eegama.
Har’a halkan sa’aatii 5:00 eegalee shaampiyoonaan yeroo 2 Faransaayi falmiin Moorokoo waliin gootu xiyyeeffannoo argateera.
Waancaa Addunyaa bara 2022 Kaatar qopheessiterratti tapha nuusa xumuraaf…
Read More...
Roobeertoo Maartiineez leenjisummaa garee biyyaalessaa Poorchugaal irraa ka’an
Finfinnee, Adoolessa 1, 2018(FMC)- Lammii Ispeen kan ta’an leenjisaan garee biyyaalessaa Poorchugaal Roobeertoo Maartiineez garicharraa adda bahuu Federeeshiniin Kubbaa Miilaa biyyattii beeksiseera.
Poorchugaal tapha waancaa addunyaa…
Waancaa Addunyaa 23ffaa…
Finfinnee, Adoolessa 1, 2018 (FMC) – Taphni Waancaa Addunyaa 23ffaa qopheessummaa Ameerikaa, Kaanaadaa fi Meeksikoon taphatamaa jiru nuusa xumuraa gaheera.
Waltajjiin biyyoota 48 hirmaachisuun Waxabajjii 4, 2018 eegale kun amma biyyoonni…
Morkii Poorchugaal Ispeen waliin taasiftu…
Finfinnee,Waxabajjii 29, 2018 (FMC) –Taphoota Waancaa Addunyaan morkiin Poorchugaal har’a Ispeen waliin taasiftu hawwiin eegama.
Morkiin biyyoonni lamaan tapha nuusa xumuraaf darbuuf har’a halkan sa’aatii 4:00 eegalee waliin taasisan kun…
Ingilaand Meeksiikoo injifachuun nuusa xumuraaf darbite
Finfinnee, Waxabajjii 29, 2018 (FMC) - Tapha mo'anii darbuu Waancaa Addunyaa 23ffaa 16nii barii kana taphatameen Ingilaandi Meeksiikoo 3 fi 2n injifachuun nuusa xumuraaf darbiteetti.
Ingilaandiif Juud Biilingihaam galchii lama yoo…
Biraaziil fi Norweey; Ingilaand fi Meeksikoo
Finfinnee, Waxabajjii 28, 2018 (FMC) – Waancaa Addunyaa 2026 qopheessummaa waloo Ameerikaa, Kanaadaa fi Meeksikootiin gaggeeffamaa jiruun, taphoonni gara nuusa xumuraatti darbuuf geggeeffaman har'as itti fufuun ni taphatamu.
Yeroo shan…